-
1 Seenaa Baraa 28:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Achiis Daawit bulchitoota Israaʼel hundumaa, jechuunis bulchitoota gosootaa, ajajjoota gareewwan+ mooticha tajaajilanii, ajajjoota kumaa fi ajajjoota dhibbaa,+ warra qabeenyaa fi horiiwwan mootichaa+ fi kan ilmaan+ isaa hundumaa irratti ajajjoota taʼan, akkasumas abbootii taayitaa mana mootummaa dabalatee nama jabaa taʼee fi gaʼumsa qabu+ hundumaa Yerusaalemitti walitti ni qabe.
-