1 Mootota 5:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Solomoon namoota hojii humnaa hojjetan* 70,000 fi namoota gaarota+ irratti dhagaa bocan+ 80,000 qaba ture; 16 kana malees, Solomoon bulchitoota+ warra ol aantummaadhaan hojjettoota toʼatan 3,300 qaba ture.
15 Solomoon namoota hojii humnaa hojjetan* 70,000 fi namoota gaarota+ irratti dhagaa bocan+ 80,000 qaba ture; 16 kana malees, Solomoon bulchitoota+ warra ol aantummaadhaan hojjettoota toʼatan 3,300 qaba ture.