LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 14:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Qiish+ abbaa Saaʼol ture; Neer+ inni abbaa Abneer taʼe immoo ilma Abiʼeel ture.

  • 1 Seenaa Baraa 8:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Neer+ Qiishiin dhalche; Qiish Saaʼoliin+ dhalche; Saaʼol Yonaataaniin,+ Malkishuwaa,+ Abinaadaabii+ fi Eshbaʼaaliin*+ dhalche.

  • Hojii Ergamootaa 13:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda garuu mootiin akka isaaniif muudamu gaafatan;+ Waaqayyos Saaʼol ilma Qiish isa gosa Biiniyaam+ keessaa taʼe waggaa 40f isaaniif kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi