-
1 Saamuʼel 10:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sana booda gosti Biiniyaam akka maatii maatii isaatti akka dhihaatu godhe; maatiin Maatrotaas ni filatame. Dhuma irrattis, Saaʼol ilmi Qiish ni filatame.+ Haa taʼu malee, barbaadanii isa argachuu hin dandeenye.
-