1 Saamuʼel 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Saamuʼelis akkana jedhee Saaʼoliif deebise: “Namni mulʼata argu sun ana. Na dura buʼiitii gara iddoo ol kaʼaatti ol baʼi; harʼa anaa wajjin ni nyaatta.+ Ganamaan sin geggeessa; wanta beekuu barbaaddu* hundumaas sitti nan hima.
19 Saamuʼelis akkana jedhee Saaʼoliif deebise: “Namni mulʼata argu sun ana. Na dura buʼiitii gara iddoo ol kaʼaatti ol baʼi; harʼa anaa wajjin ni nyaatta.+ Ganamaan sin geggeessa; wanta beekuu barbaaddu* hundumaas sitti nan hima.