-
1 Saamuʼel 9:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Akkuma magaalattiitti seentaniin, nyaachuuf gara iddoo ol kaʼaa dhaquu isaa dura isa ni argattu. Aarsaa sana kan eebbisu isa waan taʼeef, hanga inni dhufutti namoonni sun nyaachuu hin jalqaban. Sana booda namoonni affeeraman ni nyaatu. Kanaafuu, ammuma ol baʼaa, isa ni argattu.”
-