Uumama 28:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture. Uumama 28:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dhagaan ani akka siidaatti dhaabe kun mana Waaqayyoo ni taʼa;+ anis dhugumaan wanta naaf kennitu hundumaa irraa harka kudhan keessaa harka tokko siif nan kenna.”
19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.
22 Dhagaan ani akka siidaatti dhaabe kun mana Waaqayyoo ni taʼa;+ anis dhugumaan wanta naaf kennitu hundumaa irraa harka kudhan keessaa harka tokko siif nan kenna.”