LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 10:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Mootuun biyya Sheebaa beekamummaa Solomoon qabuu fi beekamummaan isaas maqaa Yihowaatiif ulfina akka fide dhageessee,+ gaaffiiwwan ulfaatoo taʼaniin* isa qoruuf ni dhufte.+

  • 1 Mootota 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis ishiin warqii taalaantii* 120, zayitii baalsaamii+ hedduu fi dhagoota gatii guddaa qaban mootichaaf ni kennite.+ Sana booda zayitiin baalsaamii hamma mootuun Sheebaa Solomoon Mootichaaf kennite gaʼu dhufee hin beeku.

  • 2 Seenaa Baraa 17:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan mootummicha harka isaa irratti ni cimse;+ guutummaan Yihudaas Yoshaafaaxiif kennaawwan ni fidu turan; inni soorumaa fi ulfina guddaas ni argate.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi