LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 9:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Mootuun biyya Sheebaa+ waaʼee Solomoon dhageessee, gaaffiiwwan ulfaatoo taʼaniin* isa qoruuf gara Yerusaalem ni dhufte. Ishiinis namoota hedduu of duukaa buustee, zayitii baalsaamii,* warqii hedduu+ fi dhagoota gatii guddaa qaban gaalotatti feetee dhufte. Gara Solomoonitti seentees waan garaa ishii hundumaa isatti himte.+ 2 Solomoonis gaaffiiwwan ishii hunda ni deebiseef. Wanti Solomoon ishiidhaaf ibsuun isa rakkise* tokko illee hin jiru ture.

  • Maatewos 12:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Mootuun kibbaa ogummaa Solomoon dhagaʼuuf andaara lafaatii kaatee waan dhufteef,+ yeroo murtiitti dhaloota kanaa wajjin kaatee itti murteessiti. Haa taʼu malee, kunoo, Solomoon irra kan caalu as jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi