LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaan, “Gosoota Israaʼel keessaa Misphaatti gara Yihowaatti kan hin baane eenyu?”+ jedhanii gaafatan. Achiis Yaabeesh Giiliyaad irraa namni gara buufata gumichaa dhufe tokko illee akka hin turre hubatan.

  • 1 Saamuʼel 31:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Jiraattonni Yaabeesh Giiliyaad+ wanta Filisxeemonni Saaʼol irratti raawwatan yommuu dhagaʼan, 12 loltoonni hundi kaʼanii halkan guutuu deemaa bulanii reeffa Saaʼolii fi reeffa ilmaan isaa dallaa Beet Shaan irraa ni buusan. Yaabeeshitti deebiʼaniis achitti reeffa isaanii ni guban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi