1 Saamuʼel 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Nahaash mootiin Amoonotaa+ dhufee Yaabeesh+ ishii Giiliyaaditti argamtutti marse. Namoonni Yaabeesh hundis Nahaashiin, “Nuu wajjin kakuu gali;* nutis si tajaajilla” jedhan.
11 Achiis Nahaash mootiin Amoonotaa+ dhufee Yaabeesh+ ishii Giiliyaaditti argamtutti marse. Namoonni Yaabeesh hundis Nahaashiin, “Nuu wajjin kakuu gali;* nutis si tajaajilla” jedhan.