LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 8:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Giidewon garuu, “Ani isin hin bulchu; ilmi koos isin hin bulchu. Kan isin bulchu Yihowaa dha”+ isaaniin jedhe.

  • 1 Saamuʼel 8:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yihowaanis Saamuʼeliin akkana jedhe: “Wanta uummatichi siin jedhu hunda dhagaʼi; sababiin isaas, isaan kan tuffatan siin miti; kanaa mannaa mootii isaanii akkan hin taane kan tuffatan anaani.+

  • Isaayyaas 33:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Sababiin isaas, Yihowaan Abbaa Murtii keenya dha,+

      Yihowaan isa seera nuu kennu dha,+

      Yihowaan Mootii keenya dha;+

      Kan nu oolchu isa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi