-
1 Saamuʼel 12:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ani gama kootiin, isiniif kadhachuu dhiisuudhaan Yihowaa irratti cubbuu hojjechuun wanta hin yaadamne dha; ani karaa gaarii fi sirrii taʼe isin barsiisuu koo ittan fufa.
-