1 Saamuʼel 2:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan Eelii namoota hamoo turan;+ Yihowaadhaafis kabaja hin qaban turan. 1 Saamuʼel 4:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namichi oduu sana fide sunis, “Israaʼelonni warra Filisxeem jalaa baqataniiru; sabichi moʼameera;+ ilmaan kee lamaan Hofnii fi Finahaas duʼaniiru;+ Taabonni Waaqa dhugaas boojiʼameera”+ jedhee itti hime.
17 Namichi oduu sana fide sunis, “Israaʼelonni warra Filisxeem jalaa baqataniiru; sabichi moʼameera;+ ilmaan kee lamaan Hofnii fi Finahaas duʼaniiru;+ Taabonni Waaqa dhugaas boojiʼameera”+ jedhee itti hime.