1 Saamuʼel 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yeroo kanatti Eeliin baayʼee dulloomee ture; inni wanta ilmaan isaa Israaʼelota hundumaa irratti raawwachaa jiran hunda,+ akkasumas dubartoota karra dunkaana walgaʼii duratti tajaajilanii wajjin akka ciisan+ dhagaʼee ture.
22 Yeroo kanatti Eeliin baayʼee dulloomee ture; inni wanta ilmaan isaa Israaʼelota hundumaa irratti raawwachaa jiran hunda,+ akkasumas dubartoota karra dunkaana walgaʼii duratti tajaajilanii wajjin akka ciisan+ dhagaʼee ture.