Baʼuu 38:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii+ fi wanta inni irra taaʼu ni tolche; kana tolchuufis daawwitiiwwan* dubartoota warra karra dunkaana walgaʼii irratti tajaajiluuf gurmaaʼan sanaatti fayyadame. Leewwota 21:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Aarsaawwan Yihowaa warra ibiddaan dhihaatan, jechuunis nyaata* Waaqa isaaniitiif dhihaatu waan dhiheessaniif, Waaqa isaaniitiif qulqulluu taʼuu qabu;+ maqaa Waaqa isaaniis xureessuu hin qaban;+ isaan qulqulluu taʼuu qabu.+
8 Achiis sibiila diimaa irraa miʼa bishaanii+ fi wanta inni irra taaʼu ni tolche; kana tolchuufis daawwitiiwwan* dubartoota warra karra dunkaana walgaʼii irratti tajaajiluuf gurmaaʼan sanaatti fayyadame.
6 Aarsaawwan Yihowaa warra ibiddaan dhihaatan, jechuunis nyaata* Waaqa isaaniitiif dhihaatu waan dhiheessaniif, Waaqa isaaniitiif qulqulluu taʼuu qabu;+ maqaa Waaqa isaaniis xureessuu hin qaban;+ isaan qulqulluu taʼuu qabu.+