Iyyaasuu 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis guutummaan yaaʼii Israaʼel Shiilootti+ walitti qabamanii dunkaana walgaʼichaa achi dhaaban;+ yeroo kanatti biyyattiin isaaniif bitamtee turte.+ 1 Saamuʼel 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namichi sun Shiilootti Yihowaa Gooftaa Raayyaa waaqeffachuu* fi isaaf aarsaa dhiheessuuf waggaa waggaadhaan magaalaa isaatii kaʼee ol baʼa ture.+ Ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaas+ luboota Yihowaa taʼanii kan tajaajilan bakka kanatti ture.+
18 Achiis guutummaan yaaʼii Israaʼel Shiilootti+ walitti qabamanii dunkaana walgaʼichaa achi dhaaban;+ yeroo kanatti biyyattiin isaaniif bitamtee turte.+
3 Namichi sun Shiilootti Yihowaa Gooftaa Raayyaa waaqeffachuu* fi isaaf aarsaa dhiheessuuf waggaa waggaadhaan magaalaa isaatii kaʼee ol baʼa ture.+ Ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaas+ luboota Yihowaa taʼanii kan tajaajilan bakka kanatti ture.+