Iyyaasuu 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+ Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!”
12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+ Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!”