Leewwota 27:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Kana malees, namni yakkamaan* badiisaaf adda baafame kam iyyuu furamuu hin qabu.+ Inni mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ 1 Saamuʼel 15:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Boodas Yihowaan, ‘Dhaqi, Amaaleqota cubbamoota taʼan guutummaatti balleessi.+ Haxooftee hamma isaan balleessituttis isaan waraani’ jedhee si erge.+
29 Kana malees, namni yakkamaan* badiisaaf adda baafame kam iyyuu furamuu hin qabu.+ Inni mamii tokko malee haa ajjeefamu.+
18 Boodas Yihowaan, ‘Dhaqi, Amaaleqota cubbamoota taʼan guutummaatti balleessi.+ Haxooftee hamma isaan balleessituttis isaan waraani’ jedhee si erge.+