-
1 Saamuʼel 11:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Innis Beezeqitti isaan ni lakkaaʼe; isaanis Israaʼelota 300,000 fi namoota Yihudaa 30,000 turan.
-
-
1 Saamuʼel 13:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Saamuʼel kaʼee Gilgaalii gara Gibeʼaa ishii Biiniyaamitti argamtutti ol baʼe; Saaʼolis namoota sana ni lakkaaʼe; namoonni isaa wajjin jiranis gara 600 turan.+
-