-
1 Saamuʼel 9:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Yeroo kanatti Saaʼol akkana jedhee deebise: “Ani nama gosa Biiniyaam, isa gosoota Israaʼel hundumaa irra xinnaatu sanaa mitii?+ Maatiin koo hoo maatiiwwan gosa Biiniyaam hundumaa irra kan gad aanu mitii? Maarree maaliif wanta akkanaa natti dubbatta?”
-
-
1 Saamuʼel 10:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, “Dhuguma namichi as dhufeeraa?” jedhanii Yihowaa gaafatan.+ Yihowaanis, “Inni achi miʼa gidduu dhokateera” jedhee isaaniif deebise.
-