-
1 Saamuʼel 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Akkana jettees ni wareegde:* “Yaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa, dhiphina ana tajaajiltuu teetii ilaaltee yoo na yaadatte, tajaajiltuu tee utuu hin irraanfatinis mucaa dhiiraa yoo ishiidhaaf kennite,+ yaa Yihowaa ani immoo bara jireenyaa isaa guutuu isa siif nan kenna; haadduunis mataa isaa hin tuqu.”+
-
-
1 Saamuʼel 3:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Saamuʼel hamma ganamaatti ni ciise; achiis kaʼee balbaloota mana Yihowaa ni bane. Saamuʼel waaʼee mulʼata sanaa Eeliitti himuu sodaate.
-