-
1 Seenaa Baraa 11:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isatti aansuudhaan Eleʼazaar+ ilma Doodoo Ahohichaa.+ Inni loltoota jajjaboo sadan keessaa isa tokko ture. 13 Inni Paas Daamiim+ bakka Filisxeemonni waraanaaf walitti qabamanitti Daawitii wajjin ture. Bakka sanas maasiin garbuun irra guute tokko jira ture; namoonni sunis Filisxeemotaan kan kaʼe ni baqatan.
-