LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Achiis Saaʼol uffata isaa Daawititti uwwise. Baarmeexaa sibiila diimaa mataa isaa irra erga kaaʼeefii booda, kootii sibiilaa isatti uwwise. 39 Daawitis goraadee isaa uffata isaa irratti hidhatee deemuuf yaalii godhe; taʼus waan itti hin barreef deemuu hin dandeenye. Kanaafuu, Daawit Saaʼoliin, “Ani waanan itti hin barreef, wantoota kana uffadhee deemuu hin dandeenye” jedhe. Kanaan kan kaʼes, Daawit wantoota kana of irraa ni baase.

  • 1 Mootota 22:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Haa taʼu malee, namni tokko akkuma tasaa* iddaa isaa darbatee bakka kootiin sibiilaa isaa itti wal qabatuun mootii Israaʼel ni waraane. Kanaafuu, mootichi namicha gaarii fardaa isaaf oofu sanaan, “Akka malee waanan madaaʼeef, gaarii kana naannessiitii waraanicha* keessaa na baasi” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi