Lakkoofsa 33:55 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 55 “‘Jiraattota biyyattii of duraa hin ariitan+ taanaan garuu, warri akka jiraatan heyyamtaniif sun ija keessanitti akka huubaa, cinaacha keessanittis akka qoree ni taʼu; biyya keessa jiraattan keessattis isin ni dhiphisu.+
55 “‘Jiraattota biyyattii of duraa hin ariitan+ taanaan garuu, warri akka jiraatan heyyamtaniif sun ija keessanitti akka huubaa, cinaacha keessanittis akka qoree ni taʼu; biyya keessa jiraattan keessattis isin ni dhiphisu.+