LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis isaan Beetelii baʼanii deeman. Efraataa gaʼuu isaanii duras Raahel ciniinsuun ishii jalqabe; ciniinsuun ishiis akka malee itti hammaate.

  • Uumama 35:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Raahelis ni duute; karaa gara Efraataa, jechuunis gara Beetaliheemitti geessu irrattis ni awwaalamte.+

  • Ruut 1:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Maqaan namichaa Eliimeleek,* maqaan haadha manaa isaa Naaʼomii,* maqaan ilmaan isaa lamaanii immoo Maahiloonii* fi Kiiliyoon* jedhama ture. Isaan namoota Efraataa warra Beetaliheem ishii Yihudaatti argamtu keessa jiraatan turan. Gara biyya Moʼaab dhufaniis achi jiraachuu jalqaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi