LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 48:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo ani Phaadaanii dhufaa turetti, Efraataa gaʼuu koo dura karaa dheeraan utuu nu hafee jiruu Raahel biyya Kanaʼaan keessatti ana biratti duute.+ Anis karaa gara Efraataa,+ jechuunis gara Beetaliheemitti+ geessu irratti ishii nan awwaale.”

  • Miikiyaas 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yaa Beetaliheem Efraataa+

      Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,

      Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,

      Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+

  • Maatewos 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 ‘Yaa Beetaliheem ishii biyya Yihudaa, bulchaan saba koo Israaʼeliin tiksu+ si keessaa waan baʼuuf, ati matumaa bulchitoota Yihudaa gidduutti magaalaa hundumaa caalaa tuffatamtu hin taatu.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi