1 Saamuʼel 17:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Daawit ilma Issey+ isa nama Efraataa+ taʼee fi Beetaliheem+ ishii Yihudaa keessa jiraatu sanaa ti; Issey ilmaan saddeet+ kan qabu yeroo taʼu, bara Saaʼol bulchaa turetti dulloomee ture. Maatewos 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 ‘Yaa Beetaliheem ishii biyya Yihudaa, bulchaan saba koo Israaʼeliin tiksu+ si keessaa waan baʼuuf, ati matumaa bulchitoota Yihudaa gidduutti magaalaa hundumaa caalaa tuffatamtu hin taatu.’”
12 Daawit ilma Issey+ isa nama Efraataa+ taʼee fi Beetaliheem+ ishii Yihudaa keessa jiraatu sanaa ti; Issey ilmaan saddeet+ kan qabu yeroo taʼu, bara Saaʼol bulchaa turetti dulloomee ture.
6 ‘Yaa Beetaliheem ishii biyya Yihudaa, bulchaan saba koo Israaʼeliin tiksu+ si keessaa waan baʼuuf, ati matumaa bulchitoota Yihudaa gidduutti magaalaa hundumaa caalaa tuffatamtu hin taatu.’”