2 Saamuʼel 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaan dura yommuu Saaʼol mootii keenya turetti, situ Israaʼeliin duula irratti geggeessa ture.*+ Yihowaan, ‘Ati saba koo Israaʼeliin ni tiksita; Israaʼel irrattis geggeessaa ni taata’ siin jedheera.”+ Miikiyaas 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+
2 Kanaan dura yommuu Saaʼol mootii keenya turetti, situ Israaʼeliin duula irratti geggeessa ture.*+ Yihowaan, ‘Ati saba koo Israaʼeliin ni tiksita; Israaʼel irrattis geggeessaa ni taata’ siin jedheera.”+
2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+