1 Saamuʼel 18:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Saaʼol of biraa isa fageessee ajajaa kumaa godhee isa muude; Daawitis waraana irratti raayyaa waraanaa ni geggeessa ture.*+ 1 Saamuʼel 25:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Gooftaan koo waraana Yihowaa irratti waan loluuf,+ Yihowaan gooftaa kootiif mana bara baraa ni ijaara;+ kanaafuu maaloo, balleessaa tajaajiltuu teetii dhiisiif; bara jireenyaa kee hundumaattis hamminni tokko illee si irratti hin argamin.+
13 Kanaafuu, Saaʼol of biraa isa fageessee ajajaa kumaa godhee isa muude; Daawitis waraana irratti raayyaa waraanaa ni geggeessa ture.*+
28 Gooftaan koo waraana Yihowaa irratti waan loluuf,+ Yihowaan gooftaa kootiif mana bara baraa ni ijaara;+ kanaafuu maaloo, balleessaa tajaajiltuu teetii dhiisiif; bara jireenyaa kee hundumaattis hamminni tokko illee si irratti hin argamin.+