-
1 Saamuʼel 15:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroo kanatti Saamuʼel akkana isaan jedhe: “Yihowaan harʼa bulchiinsa mootummaa Israaʼel si irraa tarsaaseera; inni nama si irra wayyuuf dabarsee ni kenna.+
-
-
1 Mootota 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 akkuman, ‘Sanyii kee keessaa namni teessoo Israaʼel irra taaʼu matumaa hin dhabamu’ jedhee abbaa kee Daawitiif waadaa galetti, teessoo mootummaa keetii bara baraaf Israaʼel irratti jabeessee nan dhaaba.+
-