1 Saamuʼel 17:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Yeroo kanatti Saaʼol, “Gurbaa, ati ilma eenyuu ti?” jedhee isa gaafate; Daawitis, “Ani ilma tajaajilaa kee Issey+ isa nama Beetaliheem+ taʼe sanaa ti” jedhee isaaf deebise. Miikiyaas 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+ Maatewos 2:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 ‘Yaa Beetaliheem ishii biyya Yihudaa, bulchaan saba koo Israaʼeliin tiksu+ si keessaa waan baʼuuf, ati matumaa bulchitoota Yihudaa gidduutti magaalaa hundumaa caalaa tuffatamtu hin taatu.’”
58 Yeroo kanatti Saaʼol, “Gurbaa, ati ilma eenyuu ti?” jedhee isa gaafate; Daawitis, “Ani ilma tajaajilaa kee Issey+ isa nama Beetaliheem+ taʼe sanaa ti” jedhee isaaf deebise.
2 Yaa Beetaliheem Efraataa+Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+
6 ‘Yaa Beetaliheem ishii biyya Yihudaa, bulchaan saba koo Israaʼeliin tiksu+ si keessaa waan baʼuuf, ati matumaa bulchitoota Yihudaa gidduutti magaalaa hundumaa caalaa tuffatamtu hin taatu.’”