13 Issey ilma isaa isa angafaa Eeliyaabiin, ilma isaa isa lammaffaa Abinaadaabiin,+ ilma isaa isa sadaffaa Shimeʼaa,+ 14 ilma isaa isa arfaffaa Naataaniʼeliin, ilma isaa isa shanaffaa Raadaayiin, 15 ilma isaa isa jaʼaffaa Ozeemiin, akkasumas ilma isaa isa torbaffaa Daawitiin+ dhalche.