1 Saamuʼel 17:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Daawitis namoota isa bira dhaabbataniin, “Nama Filisxeemicha sana ajjeesee, Israaʼel irraa arrabsoo balleessuuf maaltu godhama? Filisxeemichi dhaqna hin qabannee fi loltoota Waaqa isa jiraataatti qoosu* kun eenyu?”+ jedhe.
26 Daawitis namoota isa bira dhaabbataniin, “Nama Filisxeemicha sana ajjeesee, Israaʼel irraa arrabsoo balleessuuf maaltu godhama? Filisxeemichi dhaqna hin qabannee fi loltoota Waaqa isa jiraataatti qoosu* kun eenyu?”+ jedhe.