LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 21:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Tajaajiltoonni Akiishis, “Kun Daawit isa mootii biyyattii taʼe mitii? Inni isa isaan,

      ‘Saaʼol kumaatama ajjeese,

      Daawit immoo kumaatama kudhan ajjeese’ jedhanii sirbanii isaaf shubbisan sana mitii?”+ isaan jedhan.

  • 1 Saamuʼel 29:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kun Daawit isa isaan,

      ‘Saaʼol kumaatama ajjeese,

      Daawit immoo kumaatama kudhan ajjeese’ jedhanii sirbanii isaaf shubbisan sana mitii?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi