LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Daawitii fi warri kaan yommuu Filisxeemota rukutanii deebiʼan, dubartoonni dibbee+ fi meeshaa muuziqaa ribuu sadii qabuun gammachuudhaan sirbaa+ fi shubbisaa Saaʼol Mooticha simachuuf magaalota Israaʼel hundumaa keessaa gad baʼan. 7 Dubartoonni sirbaa turan sun,

      “Saaʼol kumaatama ajjeese,

      Daawit immoo kumaatama kudhan ajjeese” jedhu turan.+

      8 Yeroo kanatti Saaʼol, “Daawitiif kumaatama kudhan kennan; anaaf garuu kumaatama kennan. Wanti utuu isaaf hin kennamin hafe mootummaa qofa dha!”+ jedhee waan yaadeef baayʼee aare;+ sirba kanattis hin gammanne.

  • 1 Saamuʼel 29:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Bulchitoonni Filisxeemotaa garuu isatti aaranii akkana isaan jedhan: “Namichi kun akka deebiʼu godhi.+ Iddoo isaaf kennitetti haa deebiʼu. Yeroo waraanni kaʼu akka nutti hin garagalleef,+ nuu wajjin gara dirree waraanaatti akka buʼu hin godhin. Gooftaa isaa biratti fudhatama argachuuf, mataa namoota keenyaa muree geessuu caalaa maal gochuu dandaʼa? 5 Kun Daawit isa isaan,

      ‘Saaʼol kumaatama ajjeese,

      Daawit immoo kumaatama kudhan ajjeese’ jedhanii sirbanii isaaf shubbisan sana mitii?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi