Uumama 4:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Qaayinii fi aarsaa isaa gammachuudhaan hin ilaalle. Kanaafuu, Qaayin aaree bobaʼe, ni gaddes.* Fakkeenya 14:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Garaan tasgabbii qabu qaamaaf jireenya* kenna,Hinaaffaan garuu lafee tortorsa.+