LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Israaʼel bara dulluma isaatti waan isa dhalcheef, ilmaan isaa warra kaan hundumaa+ caalaa Yoseefiin ni jaallata ture; Yoseef uffata addaa* isaaf tolfames qaba ture. 4 Obboloonni isaas abbaan isaanii hunduma isaanii caalaa akka isa jaallatu yommuu argan isa jibbuu jalqaban; nagaadhaanis isatti dubbachuu hin dandeenye.

  • 1 Saamuʼel 18:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo kanatti Saaʼol, “Daawitiif kumaatama kudhan kennan; anaaf garuu kumaatama kennan. Wanti utuu isaaf hin kennamin hafe mootummaa qofa dha!”+ jedhee waan yaadeef baayʼee aare;+ sirba kanattis hin gammanne. 9 Guyyaa sanaa jalqabee, Saaʼol yeroo hundumaa Daawitiin ija shakkiitiin ilaala ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi