LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Maaloo, gooftaan keenya nama akka gaariitti baganaa taphachuu dandaʼu akka barbaadan tajaajiltoota isaa warra isa dura dhaabbatan haa ajaju.+ Yeroo hafuurri hamaan Waaqayyo biraa sitti dhufu hundumaatti, inni baganaa siif ni taphata; sittis ni wayyaaʼa.”

  • 1 Saamuʼel 16:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Hafuurri hamaan Waaqayyo biraa yeroo Saaʼolitti dhufutti, Daawit baganaa isaa fudhatee taphata ture; Saaʼolis boqonnaa ni argata, ittis ni wayyaaʼa ture; hafuurri hamaan sunis isa irraa fagaata ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi