LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo kanatti hafuurri Yihowaa Saaʼol irraa ni fagaate;+ yaanni hamaan* Yihowaa biraa dhufes isa jeequu jalqabe.+

  • 1 Saamuʼel 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa itti aanutti hafuurri hamaan Waaqayyo biraa dhufe Saaʼoliin qabate;+ Daawitis akkuma yeroo kaanii baganaadhaan utuu muuziqaa taphachaa jiruu+ Saaʼol mana isaa keessatti amala adda taʼe argisiisuu* jalqabe. Yeroo kanatti Saaʼol harka isaatti eeboo qabatee ture;+

  • 1 Saamuʼel 19:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Saaʼol harka isaatti eeboo qabatee mana isaa keessa taaʼee utuu jiruu hafuurri hamaan Yihowaa biraa dhufe isa irra buʼe;+ yeroo kanatti Daawit baganaadhaan muuziqaa taphachaa ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi