1 Saamuʼel 18:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daawitis gara waraanaa dhaquu jalqabe; bakka Saaʼol isa ergu hundumaattis milkaaʼina ni argata ture.*+ Kanaafuu, Saaʼol ajajaa loltoota isaa isa godhate;+ kunis Israaʼelotaa fi tajaajiltoota Saaʼol hundumaa ni gammachiise.
5 Daawitis gara waraanaa dhaquu jalqabe; bakka Saaʼol isa ergu hundumaattis milkaaʼina ni argata ture.*+ Kanaafuu, Saaʼol ajajaa loltoota isaa isa godhate;+ kunis Israaʼelotaa fi tajaajiltoota Saaʼol hundumaa ni gammachiise.