25 Yeroo kanatti Saaʼol, “‘Mootichi diinota isaa akka haaloo baʼuuf qolofa+ Filisxeemotaa 100 malee gabbara+ akkamii iyyuu si irraa hin barbaadu’ jedhaatii Daawititti himaa” isaaniin jedhe. Saaʼol akkana kan jedhe, Daawit harka Filisxeemotaa irratti akka ajjeefamu waan yaadeef ture.