1 Saamuʼel 18:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Daawit Saaʼolii wajjin dubbatee akkuma xumureen, Yonaataanii+ fi Daawit michummaa cimaadhaan walitti maxxanan;* Yonaataanis akkuma lubbuu isaatti isa ni jaallate.+ Fakkeenya 18:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Hiriyoonni wal balleessuuf qophaaʼan jiru,+Garuu michuun obboleessa caalaa namatti maxxanu jira.+
18 Daawit Saaʼolii wajjin dubbatee akkuma xumureen, Yonaataanii+ fi Daawit michummaa cimaadhaan walitti maxxanan;* Yonaataanis akkuma lubbuu isaatti isa ni jaallate.+