-
1 Saamuʼel 14:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Gaaf tokko Yonaataan+ ilmi Saaʼol tajaajilaa isaa isa meeshaa waraanaa isaaf baatuun, “Kottu gara buufata loltoota Filisxeem isa gamatti argamutti haa ceenu” jedhe. Taʼus wanta kana abbaa isaatti hin himne.
-