-
1 Saamuʼel 18:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Daawit namoota isaa wajjin deemee Filisxeemota 200 ni ajjeese; gaaʼelaan mootichatti firoomuufis qolofa hunduma isaanii mootichaaf ni fide. Kanaan kan kaʼes, Saaʼol intala isaa Miikaaliin isatti ni heerumsiise.+
-
-
2 Saamuʼel 3:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroo kanatti innis deebisee, “Tole! Sii wajjin kakuu nan gala. Garuu wanti ani si irraa barbaadu tokko jira; ati yommuu na bira dhuftu, Miikaal+ intala Saaʼol yoo fidde malee fuula koo ilaaluuf yaalii akka hin goone” isaan jedhe.
-