14 Achiis Daawit, “Miikaal haadha manaa too, ishii ani qolofa Filisxeemotaa 100n kaadhimadhe naa kenni” jedhee gara Ish Bosheet+ ilma Saaʼolitti ergamtoota erge.+ 15 Kanaafuu, Ish Bosheet abbaa manaa ishii Paaltiʼel+ ilma Laaʼish irraa ishii fudhatanii akka fidaniif namoota erge.