1 Saamuʼel 25:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Saaʼol garuu intala isaa Miikaal+ ishii haadha manaa Daawit turte, Paaltii+ ilma Laaʼish isa nama Gaaliim taʼeef kennee ture.
44 Saaʼol garuu intala isaa Miikaal+ ishii haadha manaa Daawit turte, Paaltii+ ilma Laaʼish isa nama Gaaliim taʼeef kennee ture.