LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 18:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo kanatti intalli Saaʼol Miikaal+ Daawitiin ni jaallatte; oduun kun Saaʼolitti ni himame; kunis isa ni gammachiise.

  • 1 Saamuʼel 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Boodas Saaʼol gara mana Daawit dhaqanii manichatti marsanii eeguudhaan ganama akka isa ajjeesan namoota erge;+ haati manaa Daawit Miikaal garuu, “Harʼa galgala hin miliqxu* taanaan boru ganama ni duuta” isaan jette.

  • 1 Seenaa Baraa 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Haa taʼu malee, yommuu taabonni kakuu Yihowaa gara Magaalaa Daawit dhufu,+ Miikaal intalli Saaʼol+ karaa foddaa gad ilaaltee yommuu Daawit Mootichi utaaluu fi shubbisu argite; garaa ishiittis isa ni tuffatte.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi