Faarfannaa 59:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Geggeessaa muuziqaatiif; “Badiisa hin Fidin.” Faarfannaa Daawit. Miktaam.* Yommuu Saaʼol Daawitiin ajjeesuuf namoota gara mana isaatti* ergetti.+ Faarfannaa 59:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kunoo, isaan riphanii na* eeggatu;+Namoonni ciccimoonis na haleelu,Yaa Yihowaa, akkana kan godhan garuu, waanan fincileef yookiin waanan cubbuu hojjedheef miti.+
Geggeessaa muuziqaatiif; “Badiisa hin Fidin.” Faarfannaa Daawit. Miktaam.* Yommuu Saaʼol Daawitiin ajjeesuuf namoota gara mana isaatti* ergetti.+
3 Kunoo, isaan riphanii na* eeggatu;+Namoonni ciccimoonis na haleelu,Yaa Yihowaa, akkana kan godhan garuu, waanan fincileef yookiin waanan cubbuu hojjedheef miti.+