1 Saamuʼel 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Boodas Saaʼol gara mana Daawit dhaqanii manichatti marsanii eeguudhaan ganama akka isa ajjeesan namoota erge;+ haati manaa Daawit Miikaal garuu, “Harʼa galgala hin miliqxu* taanaan boru ganama ni duuta” isaan jette.
11 Boodas Saaʼol gara mana Daawit dhaqanii manichatti marsanii eeguudhaan ganama akka isa ajjeesan namoota erge;+ haati manaa Daawit Miikaal garuu, “Harʼa galgala hin miliqxu* taanaan boru ganama ni duuta” isaan jette.